HaqCheck Soba: Ambaasadar Misgaanuu Areegaa Ministeeraa Hajaa Biyya Alaa ta’un Obbo Dammaqaa Mokonniin Bakka Hin Buune. ByAbdi Hirpha January 20, 2023January 20, 2023
HaqCheck Soba: Suuraan kun Samichaa Naannoo Tigraayitti Jedhamuu Hin Agarsiisu. ByAbdi Hirpha January 18, 2023January 18, 2023
HaqCheck Soba: Suuraan kun Ajjechaa Saba Amaaraa Yeroo dhiyoo Oromiyaa keessatti ta’e jedhamuu hin Agarsiisu. ByAbdi Hirpha January 4, 2023January 4, 2023
HaqCheck Soba: Suuraan kun Gubbachuu Maneen Saba Amaaraa Humna Addaa Oromiyaa fi WBOttin ta’ee Jedhamuu Naannoo Benishaangulitti hin Agarsiisu. ByAbdi Hirpha December 30, 2022December 30, 2022
HaqCheck Soba: Suuraan kun hidhamuu saba Amaaraa wallagaa Oromiyaa keessatti jedhamuu hin agarsiisu. ByAbdi Hirpha December 29, 2022December 29, 2022
HaqCheck Soba: Suuraan kun Geejjiba Kenniinsaa Odaa Baas Faanoof Godhe hin Agarsiisu ByAbdi Hirpha December 27, 2022December 27, 2022
HaqCheck Soba: Suuraan kun Reebicha Poolisota Bartoota Magaalaa Finfinnee irrattii Gahan hin Agarsiisu. ByAbdi Hirpha December 27, 2022December 27, 2022
HaqCheck Kan Jijjiirame: Gareen kubbaa Miilla Biyyooleessaa Morookoo Akka Alabaa Adda Bilisaa Baasa Ogaaden Qophii Waanca Addunyaa Kaatar irratti Mirrmirsametti Hojjatamee Soba dha. ByAbdi Hirpha December 16, 2022
HaqCheck Soba: Suuraan kun Gubbachuu Qaama Nama Wal-itti Bu’insa Yeroo Dhiyoo Itoophiyaatti Ta’ee Jedhamu Hin Agarsiisu. ByAbdi Hirpha December 12, 2022December 12, 2022
HaqCheck Soba: Suuraan kun Haleellaa Qilleensarra Magaalaa Beegii, Wallaggaatti ta’ee hin Agarsiisu. ByAbdi Hirpha December 8, 2022December 8, 2022