Our Team

HaqCheck

Haqcheck proojeektii itoopiyaa keessati hundeffame fi afaanooto itoopiyaa garaagaraattin dhugaa mirkannessu irratti kan hojettudha. Kan hundeeffames sadaasa 2013 kutaa oduu ‘addis zeybe’ jedhamu keessati kan ta’e yoo tahu amma irrati oddeeffanoo dogogoraa balaaleefachu irrati hojjeta. Haqcheck midiyoota walin gamtoominan afan engliifa fi afan biyya keessa afurin (amariifa, afan oromoo, tigirifaa, fi somaliifaa) qabiyyee midiyaa hordofuu fi mirkaneessu irrati hojjeta.

Haqcheck erga hunda’e kaasse fuula midiyaa itoopiyaa irrati dhimmoota garaa garaa mirkanessu irrati hojetta. Dabalataannis goolaba toorbaani, adeemsa xiinxala toorbaani qopheessa. Akasummas dhimmoota amme fi walqabatoo barbaachisoo ta’an jaarmiyaa garaa garaa fi dhaabbata midiyaa garaa garaa walin hojetta.