
Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Mamo Mihretu Walmadaalchisuu Reeshiyoo Liqaa fi GDP Dogoggoraa.
Ebla 1, 2023 Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Mamo Mihretu gaaffiifi deebii Televizhiina FBC wajjiin godhanirru, waliin taasisaniin, Itoophiyaan liqii alaa biyyoota biroo kan akka Keeniyaa, Sudaan, fi kibbaa afrikaa, waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu baay’ee xiqqaadha jedhan. Akkas jedhan “Itoophiyaan liqiin alaa Doolaara Ameerikaan biiliyoona 28. Kunis [Itophiyaa] guddina oomisha biyya keessaa (GDP) keessaa…