Suuraan raabsame kun immoo maxxansa gafa fulbanaa, bara 2013 irraa fudhatamee dha. Suuraan fudhatamee kun immoo ekeraa dhalaa nama bakkaa gammoojjii Saaraa, biyya niijerritti, sayiintisittii Pool Seeranoo jedhamuun argameedha.
Suuraan ekeraa kun dookumanatarii “Skeleton of the Sahara” jedhamuu iratti iyyuu kan fayyadamamedha. Dookumanatariin kun kan hojjatamee Televijiinii Nashinal ji’ogiraphiittin.
Akka qaama hojii kanaatti namoonni 4500 ol to’annoo jala oolaniiru. Mootummaan naannichaa hojiin kun milishoota Faanoo irratti osoo hin taane “yakkamtoota” maqaa Faanootiin socho’an irratti akka ta’e irra deebi’ee mirkaneesse ture. Haa ta’u malee, namoota baay’ee naannichaa biratti, labsiin kuni fi gochi mootummaan akka tarkaanfii ‘Amhara Ethno-nationalist’ irratti fudhatameetti hubatameera.
Maxxansi kun haala kana fayyadamuun kan maxxanfame yoo ta’u, HaqCheek suuraan barreeffama kana keessatti fayyadame gabaasa bara 2015 websaayitii tokko irratti mata duree “Duguuggaa Sabaa fi Duguuggaa Sanyii Itiyoophiyaa(Ethnic Based Massacre & Genocide Of Ethiopia) (2003 – 2018)” jedhuun maxxanfame irraa akka ta’e argateera.
Kanaafuu, HaqCheek suuraan barrefama kana deeggaruuf itti fayyadaman dulloomaa ta’uu isaa fi oduu maxxansichi gabaase waliin kan wal hin qabanne ta’uu isaa mirkaneessee, SOBA jedhee ramadeera.
Himata kana deeggaruuf barreeffama afaan Tigiriiffan barreeffame suuraa iskiriinii dhiyeessera.
Haa ta’u malee, HaqCheck barreeffamicha ilaalee,qondaaltonni nageenyaa Eertiraa qaamolee sadan eeraman kanneen dhiheenya kana mari’atanii fi waliin hojjechuuf walii galan ifa godheera jedhu akka hin agarsiifne mirkaneessera.
HaqCheek barreeffama kana mirkaneessuu fi dhiisuu isaa qorachuuf suuraa iskiriinii kana ilaaleera. Suuraan kun barreeffama Feesbuukii Caamsaa 23, 2022 ALA maxxanfame irraa kan fudhatame yoo ta’u, Maxxansi Feesbuukii kun fuula maqaan isaa ‘Center for Research and Documentation’ jedhamu, oduu fi websaayitii midiyaaf kan qophaa’edha. Fuulli kun odeeffannoo maddoota isaa ta’an irraa arganne jechuun marii toora interneetii irratti hoggantoonni olaanoo TPLF, Itiyoo Forum, Itiyoo 360, fi miseensonni Dijiitaalaa Wayyaanee irratti hirmaatan hima.
Fuulli kun odeeffannoo kana akka maddoota isaa ta’an irraa argate hima malee akka maxxansi tiwiitaraa irra jiru jedhutti qondaaltota nageenyaa Eertiraa irraa akka hin taane barreessera.